Menu

Kitaaba Faaru'uu 117

TWF

1 Gosi biyya adda addaa martinuu Mootii Waan Maraa leellisa’a; kolbaan martinuu isa saada’a. 2 Jaalalli isaa ka bara baraa ka inni nu’uuf qabu guddaa waan te’eef, addatamummaan isaa haga bara baraa ti. Mootii Waan Maraa leellisa’a.

Everything we make is available for free because of a generous community of supporters.

Donate