Menu

Faarfannaa 117

BIB

1 Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa. 2 Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.

Everything we make is available for free because of a generous community of supporters.

Donate